Pages

Wednesday, July 3, 2013

Korii Gamtaa Kutallee ABO Godiina Awurooppaa Milikiin Xumurame!

Korii Gamtaa Kutallee ABO Godiina Awurooppaa Milikiin Xumurame!

Kora Waxabajjii 28-29 kan miseensa fi ummata irraatti argamudha haala qabsoo bilisummaa Oromoo, haala siyaasaa adduunyaa, xinxala baalaa kan latan miseensa shanee gumii fi I/G Jaarmiyaa fi Siyaasaa ABO J/ Abba Caalaa Lataa , MSG Dr. Dagafa Abdissa, akkasumas miseensoota gumii sabaa ABO biyyaa Awurooppaa jiratn qooda irraa fhudhatan yoo ta’u koraa haalii qabsoon bilisummaa oromoon gaggeefammu irraatti gilalame fi miseensooni dhaaba gaaffii fi yaada furmata irraatti latan ture.akkasumas ummani oromoo nannoo Oslo jiratn haala qabsoo oromoo ABOn hoogannamu irraa jiru, dhimma araaraa dhaabota bilisummaa fi walabummaa oromiyaa gaggeessan giddutti demma jiru irraatti gaaffii fi deebii baalaan latame yoo ta’u sagantaa bashannaann aadaa oromoo kan sirbitoonii beekamoon irraa qooda fudhatan nagaa fi milkiin xumurame jira.

OLF_Oslo2013_1ABO
OLF_Oslo2013_2ABO
OLF_Oslo2013_3ABO
OLF_Oslo2013_4ABO
OLF_Oslo2013_5ABO
OLF_Oslo2013_6ABO
OLF_Oslo2013_7ABO

No comments:

Post a Comment