Pages

Sunday, February 2, 2014

Qeerroo: Nairobi, Keenya Keessatti Yaadannon Dhumaatii Oromoo Anoolee, Calanqoo fi Oromiyaa Bakka Adda Addaatti Tahe Kabajame.

Amajjii gaafa 26,2014 biyya Keeniyaa magaalaa Naairobi Keessatti guyyaan yaadanano dhumaatii saba Oromoo Anoolee, Calanqoo fi Oromiyaa bakka gara garaatti sirna Nafxanyaa fi abboota irreetiin raawwatame kabajame.
Guyyaa kanatti dargaggooti sabboontoti Oromoo dhaloota haarawaa qophilee adda addaa sadarkaa guddina fi bilchina qabsoo fi siyaasa Oromoo calaqqisan kan dhiyeessan yeroo ta’u, kanneen keeyssaa walaloowwan ergaa jajjabduu of keessaa qaban sadan akka armaan gadiitti dhiyaatanii jiru:
1. Walaloo Ayyaantuu – Afaan Oromoo
2. Walaloo obbo Abdiisaa Afaan Oromoo fi Ingiliffaa


3. Walaloo Obbo Eebbisaa Afaan Ingiliffaa

No comments:

Post a Comment