Pages

Saturday, January 4, 2014

Ayyaana WBO fi Baraa Haarawa Ilaalchisee, CTBOBM Milkiin Ayyaaneffattee

Ayyaana WBO fi Baraa Haarawa Ilaalchisee, CTBOBM Milkiin Ayyaaneffattee

Guyyaa WBO ilaachisee CTBOBM qophii addaa qoopheessuun bakkaa hawaasni Oroomo 700 argaamuttii ayyaaneeffaamee milkiin olee jiraa. Guyyaa seenaa qabeessaa kana ilaalchisuun qeerroon baqaattootaa Cairo yommiyyuu taana WBO gaacheenaa keenyaa wajjiin jirraa akkaasumas gahee nurraa egaamu ni banaa jechuun dhaadannoo qabaan dhaageessisa olaani jiruu. Akkasumaas garaa fulaa durattiis nutii ilmaan Oromo biyyaa masrii gaandumma fi kutaa wal qooduu ni baalalleeffana jeechun tokkummaan fi jaalaaalan dhaamsaa qaban dabaarfatanii jiruu. Waan nu gammaachiisu keesa, dramaan arra Qeeyrroon CTBOBM gootee, akkaa ABO irraa ola’aanee injifannoon Ummataa Oromoo yeroo Gabaabbattii fiduu, Oromootaa manaa hidhaa waggoota dheeraafii roorrifamanii akkaa hidhaa keesaa bilisaa baasanii, Oromiyaan bilisoomtee, Baqattootaaf, rakkattooti Oromoo kan biyyaa bahan hundii biyyaa Oromiyaatti deebiyan. Keesummaa keennaa kan kabajaa Obboo Mardaasa Addisuu tif, Obbo Ibrahim Amae Elemo , Obbo Jawaar Mohamed, Obbo Aliye Galato, Aadde Aisha Oromia Ali, Obbo Obsaa, kan arra kabajaa Ayyaana WBO fi Bara haarawaa affeeramtani yaadan nu biraa jiraatan, Ammaas Hamilee Dargaggo keennaf kennitan, Galataa Guddaa nubiraa qabduu isaniin jennaa.

Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com

No comments:

Post a Comment